Exodus 25:21 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Sanduqa suni keesa d'akha hahafalicha kaani kayi, iti qadaadi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Qadaada araaraa irra goota; ragaa ani sii kennu saanduuqa waada'aa keessa keetta;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Qadaaddaa Saanduqa Gondooro'oo san Saanduqa Gondooro'oo gubbaa keyi; dhakaa baxxicha seerri irratti barreeffame ka ani si'ii kennu sanille Saanduqa Gonddooro'oo san keessa keyi.