Exodus 25:26 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Qube afuri ta worqi mid'aasiifi, gaafa afraani mesa fulla miili ejaanjuti naqi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Qubee worqi'ii afur godhiif; qubee sanniin luka isaa arfan irrattuu godhi.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Xarapheessaa saniif qubee worqi'ii afur hujiitii, addee miilli isaa afur jiranutti roga isaa afur irratti qassiisi.