Exodus 25:29 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Sahani, muduunu, okholeefi d'ameela waan kana ch'ufa worqiini mid'aasi, aka daad'i Waaqaa baasani iti naqani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akka ittiin woraabu'uuf tolu qori'ii fi mooqqaa ittiin woraabanii fi xuwwee mijuu itti dhugan tolchi; isaanillee worqii mishaa irraa hojjadhu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waan daadhii woyni'ii ittiin dhikeessanu gabataa, qorii, kobolaa fi muduunuu worqii qullittii irraa huji.