Exodus 25:35 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Kalachi imbaqafatiini toko ha dame lamaani wolti ejitu, sadeenu jala jiraatu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Dameewwan mute jahan baattuu ibsa'aa keessaa ol bayan qaccee lamaanii gaditti tokko ta'ee hojjatame damee lamaanii gad tokko ta'ee ka hojjatame haa ta'uu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Dameelee waan issaa irra keyanuu lamaan karaa jalaa guntuti daraara'aa tokko, dameelee lamaan lammeesso'oo jala guntuti daraara'aa ka lammeesso'oo, dameelee lamaan sadeesso'oo jala guntuti daraara'aa ka sadeesso'oo jiraatanuu ti.