Exodus 25:40 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan kana ch'ufa akheekha gaara gubbaa anini si garsiise iraa ingorini, gula mid'aasi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akka fakkeenna ani gaara irratti sitti mudhisee sanitti uf eeggadhuu hojjadhu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akka ani gaara irratti sitti mudhise sanitti ilaalii huji.