Exodus 25:6 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
d'ad'a ifsetiifi fit'o d'ad'a muudati naqanifi ta aka qayya aarsani;
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
sayitii ibsa'aaf ta'u, dhadhaa ejersaa, hixaana, urgooftuu gara garaa ka urgaawu,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
zayitii ejersaa ta ifaaf teetu, uddowaa zayitii ejersaa ta dibatanutti naqanu, hixaana foolee dansa'aa,