Exodus 25:9 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waaro sunifi miha isii ch'ufa aka anini isani garsiisu gula mid'aasa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
akka ani sitti mudhiseetitti akka fakkeenna mana bulti'ii, akka fakkeenna meeshaan ani sitti mudhisee maratti akkasuma hojjadhaa'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Dunkaanii woyyittii tanaa fi meya isii keessaa mara akka ani sitti mudhisutti huji.