Exodus 26:1 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waaro Woyyuma golla kud'ani, ka woya boofta ta liilana bulefi bule diimafi diimaleeni d'aanini, mid'aasi. Akheekha waan lubbu qabati, ka koolatiini ch'okhi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Akkasuma ammallee jirbii fooyame mishaa waan dhiilgee bifa Sami'ii qabu, hulee bulti'ii ka golloo kudhanii qabu, akka kiruubeelii hojjataan ogeessi hojjateetitti isaan irra kaayi.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Dunkaanii Woyyittii, gollaa haadaa qoola kudhan: liilana quncee talba'aa dansaa, liilana bifa cuquliisaa, liilana bifa dhiille'eetii fi liilana diimaa irraa wolitti fowantee dhowateen huji. Nami hujii harkaa beeku, fakkii dada ol-gubba'aa ta koola qadduu irratti hujuu ti.