Exodus 26:11 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Sibiila diima shantama hohookicha mid'aasi, fanno suni iti hohookisi, aka golli takaa tahu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Sibiila diimaa irraa qadhabaa shantama hojjadhuutii qubeewwan itti godhi; akka daaseen tokko ta'u wolitti hidhi.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Hookkoo sageettu'uu shantama hujiitii, gollaa gama lamaanii san wolitti qassiisiisaan Dunkaanii Woyyittii takkattii akka teetu hookkoo san qubeelee shantama san keessa galchi.