Exodus 26:12 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gama golla toko ka kaani ira dabre, ha akasumati Waaro gama dudda duuba rarauti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waan golgaa daase'ee irraa hafe wodhakkaa golga sanii hulee bulti'ii dudda duubaan haa rarra'uu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Gollaan Dunkaanii Woyyitti'ii irraa hafe gamsi isaa gara duubaatiin gad rarra'uu ti.