Exodus 26:13 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
D'und'uma tokocha, ka gama lamaani d'ed'eera kaani iraa hafe, ha gama lachu rarauti, aka Waaro moga lachuti gollu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akka hulee bulti'ii san dhossu gama tokkoon dheerinna ciqilee tokkoo wonti golgaa daase'ee irraa hafe hulee bulti'ii duubaan gamaa fi gamanaan haa rarra'uu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Gara dheerinnaatiin, gollaan hafe gara lamaaniinuu, ciqileen tokko tokko Dunkaanii Woyyittii irra gad rarra'uu ti.