Exodus 26:17 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Utuba suni ch'ufa gama lachu fulla woltiini d'aabani mid'aasi. Utuba Waaro tana ch'ufa akasuma mid'aasi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Balbala cufanaa maraa ka tokko tokkoon wol qabsiisu waan isaan wol qabsiisu lamaan godhiif; cufanaa hulee bulti'ii maraa akkasuma godhi.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mikikkilooti Dunkaanii Woyyitti'ii sun akka wol keessa seenanu qaccee irratti gaafa lama ka cinaa wolii jiru huji; akka kanaan mikikkiloota Dunkaanii Woyyitti'ii mara huji.