Exodus 26:19 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
ammalle waan utuba suni ira d'ad'aabani afurtama qarsiini mid'aasi, utuba ch'ufa lama lama jala d'aabi, aka isiini fulla utubaani suni woltiini eju jabeesitu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
balbala diddamaa kana jala luka afurtamaa birri'iin hojjadhu; cufanaa maraa jalatti wol qabsiiftuu lama lama godhi.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mikikkiloota diddama saniif shafee meetii irraa hujante afurtama huji; gaafoti lama ka mikikkila tokkoo akka keessa seenanuuf shafee lama lama huji.