Exodus 26:24 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
aka moga lamaani taani wolti d'aabani, Utubaani moga lamaani kunini ha jalafi gubbale wolti d'aabani. Akasuma gama lachu ha tolchaniti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Jalaa haga qaalawa qubee jalqabaa cufanaan tokko dachaa haa ta'u; lamaaniifuu akkasuma haa ta'u; isaan lachuu ladda gamaa gamanaatiif ta'an.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Roga lamaan kana irratti mikikkilooti kun jalaa haga gubba'aatitti lama lama te'anee, qubee takkattii keessa seenuu qaban. Gara lamaaniinuu akkasuma te'uu qaba.