Exodus 26:25 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba akanaani utubaani saddeeti tahe, ka kamu waan qarsiini mid'aasani ira d'ad'aabani lama lama qabu, ta wolti kud'ani jaa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Balbala saddeetaa fi luka birri irraa hojjatame kudha jaha godhiif; cufanaa maraa jala luka lama godhiif.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre mikikkiloota saddeetii fi shafee meetii irraa hujante kudhanii jaatti achi jira; mikikkila tokko tokkoofuu shafee lama lamatti itti keyama.