Exodus 26:34 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Qadaada Sanduqa Wold'aqisa ira kayi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Achiin maayessa Saanduuqa Waada'aa qadaada araaraatiin qadaadi;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Qadaaddaa addee gumaa cubbu'uu, Saanduqa Gondooro'oo ka Addee Irra Caalaa Woyyittii san keessa jiru irra keyi.