Exodus 26:35 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Fulla ira qulqullootini ala, gama mirga, d'aatu Waaro Woyyuma, mesa kayi, ammalle waan ifseeni ira ejitule gama bitaa kayi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
gabataa Woyyuu Woyyootaatiin ala, daasee gara mirgaatiin kaayi; baattuu ibsa'aa gara bita'aatiin kaayi.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Xarapheessaa addee irra caalaa woyyitti'iin ala Dunkaanii Woyyittii keessa gara kaabaatiin keyiitii, waan issaa irra keyanu fuullee isaa gara kibbaatiin keyi.