Exodus 26:36 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Balbala Waaro Woyyuma golla woya boofta, ka liilana bulefi bule diimafi ammalle diimani d'aani ch'okhani, mid'aasi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Balbala daase'ee golgaa isaa carqii bulee akka Sami'ii, diimaa dhiilge'ee fi uffata jirbii mishaa irraa hojjatame godhiif.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Seensuma Dunkaanii Woyyitti'iitiif, gollaa liilana quncee talba'aa dansaa ka bifa cuquliisaa, ka bifa dhiille'eetii fi diimaa irraa nama hujii harkaa beekuun wolitti fowamee dhowame keyi.