Exodus 27:11 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Akasuma gama mirgaa ka naabo suni ha mid'aasani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkasuma gara mirgaatiinillee golgaa dheerinni isaa ciqilee dhibbaa ta'e, utubaawwan diddamaa ka sibiila diimaa irraa hojjatamee fi miila diddamaa godhiif; utubaawwan sanniinitti fannoo birri'iitii fi soomayyuu hojjadhuuf; luka diddamaa godhiif;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Gara kaabaatille'een akkuma kana ciqilee dhibba dheeratee, utuboota shafee sageettu'uu qabu diddama ka hookko'oo fi qubeelee meetii irraa hujamane ifi irraa qabu qabaatuun hujamuu ti.