Exodus 27:16 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Fullooni naabo ha golla d'eerinni isaa d'und'uma diddama qabaatu, golli suni ha woya boofta ta liilana bulefi bule diimafi ammalle diimani d'aani ch'okhani tahuti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Golgaa hulee itti gad bayanii afo'oo carqii bulee akka Sami'ii, diimaa dhiilgee, uffata mishaa jirbii irraa hojjatamee fi ka jirbiin carqi'ii irratti saamsame ciqilee diddamaa haa ta'uu; utubaawwan isaa afur, miilli isaallee afur haa ta'uu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Seensuma gara badhinna dalleya keessaa ka Dunkaanii Woyyitti'ii saniif, gollaa ciqilee diddama dheeratu, ka liilana quncee talba'aa dansaa ka bifa cuquliisaa, ka bifa dhiille'eetii fi diimaa irraa nama hujii harkaa beekuun wolitti fowamee dhowame, utuboota afur ka shafee afur qabanu qopheessi.