Exodus 27:20 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan atini worra Israeli ch'ufaani jettu, D'ad'a ch'ufa ira dansa ifse kootaani, aka ifseeni suni hojja ch'ufa ifsitu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ati hennaa maraa akka isaan ibsaa ibsan sayitii ejersaa ka dhimbiibame ijoolleen Israa'elii akka sii fidan ajaji.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Ifi yennaa mara akka ifu, Israa'elooti zayitii ejersaa qulluu akka sii fidanu ajaji.