Exodus 27:21 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Haruninifi ilmaani isaa ha ifse suni, Waaro Woyyuma keesa, golla Sanduqa Wold'aqisa dura jiruuni gama ala old'aabani. Arti na durati haga galgalaatifi haga diirama ha bobeetuti. Aada tana worri Israelitiifi d'alooti worraaleeni ha haga jiru jireennale tolfatu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Aaroonii fi ijoolleen isaa galgalaa haga ganamaa daasee itti wol gayan keessatti golgaa saanduundhi waada'aa taa'uun alatti Rabbiin afo'otti akka ifu haa qopheessanii; seerri kun Israa'elii fi ijoollee ijoollee isaaniitii seera bara baraa haa ta'uu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Aaronii fi ilmaan isaa Dunkaanii Woldeenna'aa keessatti, gollaa Dunkaanii Dhugaa Bayaa fuula dura jiruun alatti ifi galgalaa haga ganamaatitti ana Mootii Waan Maraa duratti akka ifu godhanuu ti. Kun Israa'eloota oddu'utti dhaloota dhufuuf seerata bara baraa te'uu ti.