Exodus 27:4 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Sibiila diima ka aka gingilcha urani mid'aasi, ammalle gingilcha suni qube afuri ta baataniini gama ch'ufa iti mid'aasi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Sibiila akka gingilcha'aatitti hojjatameen kali; kaloo saniif roga arfaniifuu qaalofni isaa arfanuu ka sibiila diimaa irraa hojjatame haa ta'uu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waan akka meemme'ee ka cilee qabatee daadhaa gad harcaasu sageettuu irraa itti huji; roga waan akka meemme'ee san arfanuu irratti qubeelee sageettu'uu itti huji.