Exodus 27:7 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba kalcho suni qube moga moga mesa suni jirtu keesa naqi, aka baataniini.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Loosaa qaalawwan keessa naqi; hennaa waan ciincaa irratti dhiyeessan baadhattan, loosaan sunniin gama lamaaniinuu haa bawuu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa addee ciinca'aa san ba'atanu danqaroota gama lamaan qubeelee san keessa loosi.