Exodus 27:8 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Mesaani suni ha sanduqa mukhaani mid'aasani fakaatuti, akheekha anini gaara gubbati si garsiise kaani gula.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkuma fakkeenna gaara irratti sitti mudhiseetitti hulee ciinca'aa cufanaa irraa hojjadhu; keessi isaa akkasuma duwwaa haa ta'uu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akkuma ani gaara irratti sitti mudhise sanitti, addee ciinca'aa falaxaa irraa boollessii huji.