Exodus 27:9 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waaro Woyyuma tana naabo isii golla woya booftatiini mid'aasi. D'eerinni golla suni ka gama bitaa ha d'und'uma d'ibba toko tahuti;
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Hulee bulti'ii afoo ka raasaa itti gad bayanii gara bita'aatiin golgaa waan mishaa irraa hojjatame godhiif; dheerinni gama tokkoo ciqilee dhibbaa haa ta'uu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Badhinna Dunkaanii Woyyitti'iititti dalleya ijaari; dalleenni sun gollaa quncee talba'aa dansaa irraa fowamee hujame qabaatuu ti; dalleenni sun gara kibbaatiin ciqilee dhibba dheeratee,