Exodus 28:11 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Akuma ogeesi d'akha qube beesisa irati qoru, akasuma maqa ilmaani Israeli ha qorani. D'akha lamaani suni ha worqiini marsaniti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akka hujii namni ogeessi hojjatuutiin akka chaappa'aa godhee maqaa ijoollee Israa'elii dhagaa lama irratti haa qirqiduu; dhagaan lamaa sunniin worqi'iin haa dibamuu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akkuma nama chaappaa qiriixuu atille maqaa ijoollee Yaaqoobii dhakaa lamaan san irratti qiriixi; achiin duuba dhakoota san, seesa xiyyoo worqi'ii ka daraaraa fakkaatu keessa galchi.