Exodus 28:15 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ukha qoma qaallicha guddaa mid'aasi, aka inni suniini dubbi muru. Ukha kanale liilanuma woya aka korrbo mid'aasani taanini ha mid'aasani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Uffata qomaa ka fedha Rabbii ittiin gaafatan akka ogeessi hojjatutti hodhiif; akkuma kiisii qomaatitti hojjatta; worqii irraa, bulee bifa Sami'ii irraa, diimaa dhiilge'ee fi uffata mishaa jirbii irraa hojjadhu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Kiisii qomaa ta mey fedha kiyya ittiin gaafatanu keessa tee'u, akka nami hujii harkaa beeku huju huji. Akkuma woyaa hayyumma'aa ta qomaa worqi'iin, liilana bifa cuquliisaatiin, ka bifa dhiille'eetiin, ka bifa diima'aa ka quncee talba'aa dansa'aan wolitti fowantee dhowantee san huji.