Exodus 28:21 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
D'akhaye kud'ani lama tana irati ha maqa ilmaani Israeli toko tokooni qoraniti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Dhagaan gatii gudda'aa sunniin akkuma maqaa ijoollee Israa'eliitiin kudha lama akka chaappa'aatitti haa qirqidamuu; kunniin gosa Israa'elii maqaa ijoollee Yaaqoobii kudha lama haa ta'uu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Gosa Israa'elii kudhanii lamaaf qaabbii akka te'u, dhakoota gatii guddo'oo kudhanii lamaan san irratti, maqaan ilmaan Yaaqoobii kudhanii lamaa ka tokko tokkootuu akka chaappa'aa irratti qiriixamuu ti.