Exodus 28:22 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ukha isaa ka qomati looti worqi qulqulliti, aka museensa fohani, mid'aasi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Uffata qomaatiif miseensa akka haadaatitti miseenfame worqii mishaa irraa hojjadhu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Kiisii qomaa saniif seesa haachaba worqii qullu'uu, ka akka wodaro'oo fowame huji.