Exodus 28:29 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hojja Harunini fulla qulqullo olseenu, inni ha ukha maqa ilmaani Israeli irati qorani kaani ufira qabaatuti, aka hojja olseenu ch'ufa AABBO Waaqi ilmaani Israeli qaabatu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Aaroon hennaa gara mana Woyyuu seene Rabbiin afo'otti seera murti'ii qoma ufii irratti baraa haga bara baraa maqaa gosa ijoollee Israa'eliitiif haa baadhatuu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Aaron yennaa gara addee woyyitti'ii seenu, yennuma mara ana Mootii Waan Maraa duratti akka isaan ittiin yaadatamanu, maqaa ilmaan Yaaqoobii kiisii qomaa, ta mey fedhii tiyya ittiin gaafatanu keessa jiru keessatti qoma ifii irratti ba'atuu ti.