Exodus 28:3 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ogeeyi ch'ufa ta anini qalbi kenneefi wolti yaami, ha woya Haruni suni mid'aasitu, aka isaa eebisani qaallu tolchani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ati akka Aaroon woyyuu ta'ee naa hojjatu worra ayyaana ogumma'aa qabuu fi worra ogeeyyii ta'an marattuu akka uffata isaa hojjatan isaanitti himi.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre akka inni hayyicha te'ee na tajaajilu, isa adda baasiisaaf, Aaroniif woyaa akka hujanu, worra ani ogummaa kenneeruuf maratti himi.