Exodus 28:30 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Urimufi Thumimu ukha kaani keesa kayi, duuba Harunini ka waan suni ufira qabu ha nati olseenu. Yo akasi suni ch'ufa Harunini ukha qoma suni ufira qabaachuu male, aka dubbi worra Israeli qore muru.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Uriimii fi tumiim akka seera kiyya ittiin beettu uffata qomaa irra kaayatta; kun hennaa Rabbiin afoo dhufte hennaa maraa qoma Aaroonii irra taa'a; Aaroon hennaa maraa Rabbiin afo'otti seera murtii ijoollee Israa'elii qoma ufii irratti baadhata.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Uriimii fi tumiimille kiisii qomaa san keessa hin keetta; maarre Aaron gara addee woyyittii fuula ana Mootii Waan Maraa dura yennaa seenu, Uriimii fi tumiim kiisii qomaa san keessa keyatee, qoma ifii irratti ba'atuu ti.