Exodus 28:35 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Harunini hojja Waaro Woyyuma suni keesa hojatu, miha kana keeyachuu male, aka hojja inni fulla qulqullo AABBO Waaqa durati olseene keesaa bahu, AABBO Waaqi qonqo agalo d'agaye isa inijeemne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Aaroon hennaa tajaajilu shinshinii kana haa uffatuu; hulee woyyitti'iititti yoo na afoo dhufe yookaan hennaa achii bawu ani laagaa shaka shaka jedhu yoo dhagaye inni du'a oola.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Aaron yennaa tajaajilu qoloo tana uffatuu ti; inni ana Mootii Waan Maraa dura addee woyyittii yennaa seenuu fi yennaa gad bawu akka hin duuneef qililleettiin bilbilaa dhage'amuu ti.