Exodus 28:36 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worqi qulqulliti fuud'i hafaleesi, kara qube beesisatiini qorani, dubbi tana irati qori: Inni AABBO Waaqaa qulqullo.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Worqii mishaa irraa malkata baala fakkaatu hojjadhu; isa irrattillee fakii chaappa'aatiin affarroo itti baasii jecha ‹Woyyummaan Rabbiif› jedhu irratti qirqidi.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Kallacha worqii qullittii irraa hujiitii, ‹Ka Mootii Waan Maraatiif Woyyoome› jedhiitii akka chaappaa irratti qiriixanu irratti qiriixi.