Exodus 28:38 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Harunini ha addati keeyatu, aka anini AABBO Waaqi, waan worri Israeli naa baasu ch'ufa, ato worrileeni waan baasu suni keesa wollaala tolchele, ee jed'e fud'ad'u.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kun kallacha Aaroonii irra taa'a; wonti kun cubbuu kennaa woyyuu ijoolleen Israa'elii Rabbiif dhiyeessitu maraa irra jiru baadhata; Rabbiin afo'otti akka gaachena isaanii ta'u hennaa maraa malkanni baala fakkaatu kallacha isaa irra haa ta'uu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Aaron kallacha san adda ifii irratti keyatuu ti; Aaron yakkaa kennansa woyyicha kolbaan Israa'elii naaf adda baachee dhikeessitu keessa jirtu hin ba'ata. Kolbaan Israa'elii ana Mootii Waan Maraa duratti fudhatama akka qabaattu kallachi sun yennaa mara adda Aaronii irra jiraatuu ti.