Exodus 28:39 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Woya booftatiini ubaara barreesanifi surele mid'aasi, ammalle gurda ch'okhani barreesanile mid'aasi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Shamisii jirbi'ii mishaa babarruu godhii marata jirbii irraa hojjadhu; sabbatallee akka waan jirbi'iin saamsameetitti hojjatta.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Qoloo haga miilaa dheerattuu fi marata mata'aa quncee talba'aa dansa'aan huji; hiituun sunille ta nami hujii harkaa beeku huje teetuu ti.