Exodus 28:42 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hid'a gagabaabdu woya boofta, ta qullaani d'oftani woya booftatiini hod'iifi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
akka qaama saalaa dhoffatan garaa jalaan boggee jirbii irraa hojjatame isaanii goota; boggeen sun mudhii irraa ka'ee haga gudeedaa gaya;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Nafi isaanii ka hilaa akka hin mudhanne, quncee talba'aa irraa mutaandii woyaa jalaan hidhatanu ta hidha irraa kaatee haga gudeedaa geettu isaaniif huji.