Exodus 28:43 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Harunifi ilmaani isaa, yo Waaro Woyyuma olduudani yokhaani waan mesa fakaata ka sorio irati Waaqaa baasaniti d'iaatani, aka fulla qulqullooti huji qaalole hojatani ufira qabaachuu malani, aka worri wollaala argate idoone. Aada tana Harunifi d'alooti isaaleeni ha haga jiru jireenna tolfatuti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
cubbuu isaanitti ta'ee akka hin duune Aaroonii fi ijoolleen Aroonii hennaa daasee seenanii tajaajilan gara hulee ciinca'aa hennaa dhiyaatan kunniin hennaa maraa seera baraa haga bara baraa isaaniif haa ta'uu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nafi isaanii ka hilaa mudhatee isaan akka hin duuneef, Aaronii fi ilmaan isaa yennaa gara Dunkaanii Woldeenna'aa seenanu yookiin tajaajiliisaaf gara addee woyyitti'ii seenanee gara addee ciinca'aa yennaa dhikaatanu mara mutaandii woyaa jalaan hidhatanu tana hidhatanuu ti. «Kun Aaronii fi sanyii isaatiif seerata bara baraa te'uu ti.