Exodus 28:5 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ogeeyiini tunini ha liilana worqitiifi liilana bule, bule diima, diima, ammalle woya booftatiini hojatuti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worqii'i, uffata bulee akka Sami'ii, diimaa dhiilge'ee fi uffata mishaa jirbii irraa haa hojjatanii.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan woyaa san worqii, liilana bifa cuquliisaa, ka bifa dhiille'ee, ka bifa diimaa ka quncee talba'aatiin hujanuu ti.