Exodus 28:6 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle worri ha woya toko, ta aka korrbo hid'atani, liilana worqitiifi liilana bule, bule diima, diima ammalle woya boofta ta barreesanini mid'aasuti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Efuudiillee worqi'ii fi jirbii fooya'aa mishaa ka bifa Sami'ii, diimaa dhiilgee irraa ogeessi mishaan ogumma'aan hojjate haa ta'uu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Worri hujii harkaa beeku sun woyaa hayyumma'aa ta qomaa worqi'iin, liilana quncee talba'aa dansaa ka bifa cuquliisaatiin, ka bifa dhiille'eetiin, ka bifa diima'aa ka wolitti fowameen hujanuu ti.