Exodus 29:1 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hojja atini Harunifi ilmaani isaa eebifte qaalole naa hojattu tolchitu, aada tana gula tolchi. Jibicha korma tokofi elemiye lama ta aabbo inqamne fuud'i.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Gadumma'aan akka na tajaajilan wonti ati isaan woyyoomsu'uuf gootu kana; jibicha mudaa hin qabnee fi korbeeyyii hoola'aa lama ta mudaa hin qabne qopheessi;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Aaronii fi ilmaan isaa hayyoota te'anee akka na tajaajilanu, isaan woyyoonsiisaaf wonni ati tolchitu kana: Dardara tokkoo fi korbeeyyii hoole'ee lama ta fafa hin qanne fuudhi.