Exodus 29:12 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
D'iiga jibicha suni harkaani fuud'i, waan aka mesa ka sorio irati baasani gaafa isii dibi. Duuba d'iiga hafele fuud'i, mesa suni jalati naqi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Dhiiga mirgo'oo san irraa qubaan fuudhii gaaffan hulee ciinca'aa dibi; dhiiga hafe maraa hulee ciinca'aa jalatti jissita.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Dhiiga korma sanii irraa diqqaa isaa fuudhiitii, quba keetiin gaafota addee ciinca'aa dibi. Ka hafe addee ciinca'aa jalatti dhangalaasi.