Exodus 29:14 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Foonifi gogafi miha garaa ka jibicha suni fuud'i, alati baasi fageesi gubi. Tunini sorio daba qaalole iraa balleesitu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Foon mirgo'oo, gogaa isaa, mi'a gara'aa ka hafe maraa ammo qe'e'ee baaftee ibiddaan gubda; kun ciincaa cubbu'uuti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Foon dardaraa, gogaa isaatii fi meya gadha'aa ka isaa addee quttumaatiin alatti gubi. Kun ciincaa araara cubbu'uutiif dhikaatu.