Exodus 29:16 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Qali, d'iiga isaa fuud'i, gama mesa afraaniti jijissi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
korbeessa hoola'aa san qaltee dhiiga isaa fuutee naannaya ciinca'aatitti facaafta;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Korbeessa san qaliitii, dhiiga isaa fuudhiitii cinaa addee ciinca'aa arfanittuu fiffixi.