Exodus 29:22 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gabbinna elemo suni dubbafi moora garaachatiifi arabicho tiruti ejitufi moora kale lamaanitiifi lukha mirgiti kuti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkasuma ka ittiin gadaa ta'an korbeessa hoola'aa waan ta'eef cooma hoola'aa, duma isaa, cooma mi'a gara'aa dhossu, moora tiruu irratti maramu, cooma kalee lamaan irra jiruu fi irree mirgaallee hin fuutu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Korbeessa hayyuu ittiin te'anu waan te'eef, korbeessa san irraa: cooma duma isaa, moora meya gadha'aa, qaccee tiru'uu, kalattii lamaanuu moora isi'ii woliin, luka gara middaa fuudhi.