Exodus 29:24 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Sagale tana ch'ufa harka Harunitifi ilmaani isaati kenni, ha olqabani, aka AABBO Waaqaa baasani garsiisaniti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
harka Aarooniitii fi harka ijoollee Aaroonii keessa keetta; kennaa Rabbiin afo'otti sosocho'u gootee dhiyeessita.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kana maraa harka Aaroniitii fi ilmaa isaa irra keyiitii kennansa tachoofamu godhiitii ana Mootii Waan Maraa duratti tachoosi.