Exodus 29:3 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Dadu keesa kayi, natiini kooti, jibichaafi elemiye lamaani taani woliini.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waan kana maraa masoobii tokkocha irra kaayii jibichaa fi korbeeyyii lamaan woliin dhiyeessi.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
saaxaraa keessa keyiitii, kormaa fi korbeeyyii hoole'ee lama woliin naaf dhikeessi.