Exodus 29:30 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ilmi isaa, ka fulla isaa qaallu tahu, hojja Waaro Woyyuma nati olseenu, aka fulla qulqullooti naa hojatu, ha guyya torba woya suni keeyatuti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ijoollee keessaa ka gadaa ta'ee mana Woyyuu keessatti tajaajilu daasee wol gayi'ii keessa hennaa seenu guyyaa torbaaf haa uffatuu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ilmi addee isaatitti hayyuu te'ee addee woyyittii keessa tajaajilaaf gara Dunkaanii Woldeenna'aa seenu guyyaa torba uffatuu ti.