Exodus 29:34 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hojja foonifi qit'aani aadaani guutani kaani haga bori gahe ha gubaniti, nami inyaatini, waan isiini qulqullootifi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Buddeena yookaan foon ittiin gadaa ta'an yoo hafee bule waan hafe san waan woyyuu ta'eef hin nyaattamu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Foon korbeessa yennaa isaan hayyuu te'anu qalamee yookiin daabboon hattee yoo bulte gubi; sagalee woyyittii waan teeteef hin nyaatamin.